Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant Pool Kaagameen mari’atan

 

Finfinnee,Hagayya 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagamee waliin mari’ataniiru.

Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa hojiif Ruwaandaa Kiilaagii galuun isaanii ni yaadatama.

Dooktar Abiy Ahimadii fi gareen jila isaanii har’a Ugaandaa Kampaalaa galuun isaanii ni yaadatama.

Maddi:- Fuula Feesbuukii Kaagamee

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.