Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy, daayreektara olaanaa sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biislii galateeffatan

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektarri olaanaan sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biisliin fedhii deeggarsa namoomaa Ityoophiyaa ilaalchisee gumaacha qabatamaa taasiisaniif galateeffataniiru.
Hojiin Sagantaan Nyaata Addunyaa Ityoophiyaa keessatti hojjechaa jiru kan dinqisiifamuu fi cimee itti fufuu akka qabu Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Dooktar Abiy daayreektara olaanaan sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biislii waliin dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun isaanii kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.