Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy filannoo dhufu ilaalchisee hoggantoota Federaalaa fi naannolee waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaa barana gaggeeffamu ilaalchisee hoggantoota Federaalaa fi naannolee waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy hojiileeen mootummaa, paartii fi itti gaafatamummaan ija tokkoon akka hin ilaallamne ifatti adda baafamuu isaanii ibsaniiru.
Filannoo kana keessatti itti gaafatamummaan mootummaa filannoon nagaa, bilisaa fi haqa qabeessi akka gaggeeffamu taasiisuudha jedhan.
Haaluma kanaan mootummoonni naannolee adeemsi dorgommii filannoo Paartilee Siyaasaa bu’aa qabeessa akka ta’u gargaaruuf murannoo qaban agarsiisuu Dooktar Abiy Fuula Twiitarii isaaniin ibsaniirui.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.