Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa Aanaa  Gommaa buufata filannoo Bashaashaa Sokoteetti argamuun sagalee laataniiru.

Nannoo filannoo muummichi ministeera itti dorgomanitti walumaa gala namoonni kumni 78ti ol filannoof galmaahaniiru.

Buufata kanarratti Dooktar Abiy dabalatee kaadhimamtoonni paartilee siyaasaa 2 dorgomaaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.