Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gita isaanii Jastiin Tiruudoo waliin marii bu’aa qabeessa taasiisuu Fuula Feesbuukii isaanii ibsaniiru.
Dhimmootsa biyyaalessaa fi haala nageenya naannichaarratti mari’achuu eeraniiru.
Kaanaadaan deeggartuu Ityoophiyaa yeroo hundaa ta’uu ibsaniiru.
Hariiroo darbanirratti hundaa’uun tumsa biyyoota lamaanii caalmaatti ni cimsin jedhan Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin.
Dooktar Abiy marii jajjabeessaa fi bu’aa qabeessa taasiisaniif Ministircha galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.