Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Paarkii Indaastirii Dirree Dawaa har’a eebbisisaan

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad paarkii indaastirii Dirree Dawaa baasii doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 50 ijaarame har’a eebbisisaniiru.

Dooktar Abiy hoggantoota hojii mootummaa olaanoo waliin magaalaa Dirree Dawaatti argamuun Paarkii Indaastirii lafa karee meetiraa 150 irraatti ijaaramee eebisisuun hojiif banaa taasisaniiru.

Paarkichi lammiilee kuma 1 carraa hojii kan uumee yoo ta’uu, guutuumma guutuutti wayita hojii eegaluu lammiilee kuma 20 oliif caarraa ni hojii uumaan eegama.

Paarkichi sheedoota 15 kan qabaa jedhameera.

Dabalataniis Dirree Dawaatti qeeraa guyyaatti Gaala 100, Hoolaafi ree’ee  3000 qaluun gabaa biyyaa alaaf dhiiyeessuu danda’uus eebisisaniiru

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.