Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy qaamolee oomisha qamadii keessatti hirmaachiran galateeffatan

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qooda fudhattoota oomisha Qamadii Jallisiin misoomsuu keessatti hirmaataa jiran galateeffataniiru.

Biyyi keenya qamadii alaa galchitu biyyattiitti oomishamuun bakka buusuu fi baasii bittaa qamadiif oolu Doolaara biliyoona 1 hambisuuf qonnaan bultoota cimoo, hojjettoota eksiteensinii qonnaa fi qaamolee damee qonnaa dhimmichi ilaallatu cimanii hojjetaa jiran galateeffataniiru .

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.