Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy qaamolee sagantaa eebba kitaaba Daandii Ida’amuurratti hirmaatan galateeffataniiru

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) –Kitaabni Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessan
‘Daandii Ida’amuu’ jedhu har’aa eegalee gabaarra oolu ibsameera.

Kitaabichi har’a bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad,preezdaantoonni naannolee, hoggantoonni mootummaa Federaalaa, hayyoonnii fi keessummoonni waamichi taasiifameetti Paarkii tokkummaatti eebbifameera.

Dooktar Abiy hayyoota sirna eebba kitaabichaarratti yaada dhiyeessan, daa’imman faaruu dhiyeessan,qaamolee saganticha qopheessan hunda galateeffataniiru.

Kitaabni Daandii Ida’amuu Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan kan qophaa’edha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.