Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Faanaa Hagos Preezdaantii Yuunvarsiitii Maqalee ta’uun muudaman

Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Dooktar Faanaa Hagos Preezdaantii Yuunvarsiitii Maqalee ta’uun muudamaniiru.
Dooktar Faanaan Biiroo Haqaa naannoo Tigraayiitti hadha Alangaa, akkasumas Yuunvarsiitii Maqaleetti Muummee seeraa keessatti gargaartuu Proofeesaraa ta’uun waggoota 12f tajaajilaniiru.
Dabalataan daayreektara Inistiityuutii Sirna Koorniyaa fi Diinii Koollejjii seeraa fi heera mootummaa ta’uun tajaajilaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.