Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Pilaanii fi misommaa Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.
Carraa Invastimantii fi tumsa ce’umsa Teeknooloojiirratti mari’ataniiru.
Dooktar Fitsuma, muul’ata, kaayyoo, galmoota, amala addaa, toora xiyyeeffaannoo fi dameewwan xiyyeeffannoo karoora Waggaa 10 Ityoophiyaarratti ibsa taasiisaniiru.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Itoo Taakaakoo gama isaaniin ejjennoo Jaappaan Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf qabu ibsaniiru.
Mootummaan Jaappaan imaammata misoomaa dameewwan bu’uuraalee misoomaa, Qonnaa, misooma Indaastirii, Fayyaa fi Barnootarratti xiyyeeffannoo laachuun isaa ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.