Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa naannoo Afaaritti kenniinsa tajaajila Hospitaala Dubtii daawwatan

Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Afaaritti kenniinsa tajaajila yaalaa Fayyaa Hospitaala Dubtii daawwataniiru.

Dooktar Liyaan kabaja Ayyaana Baatii Fayyummaa Haadholii kabajamaa jiru ilaalchisee naannoo Afaaritti argamuun Hospitaala Dubtiitti daa’immanii fi haadholii yaalarratti argaman naanna’uun daawwataniiru.

Haadholiin dhaabbilee fayyaatti akka da’an ogeeyyiin fayyaa hordoffiin taasiisan jajjabeessaa ta’uu Dooktar Liyaan ibsuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.