Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddaasaatiin durfamu yaa’ii fayyaa addunyaarratti hirmaachaa jiraachuun himame

Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa erga mudatee as yaa’iin fayyaa yeroo jalqabaaf Caamsaa 14, 2014 Siwiizarlaandi Jeneevaatti eegalameera.
“Nageenya Fayyaaf, fayyaa Nageenyaaf” mata duree jedhuun, yaa’ii fayyaa addunyaa 75ffaa irratti, dhimmoota fayyaa hawaasa addunyaa yeroo ammaa fi tarsiimoo fuulduraa irraatti kan mari’atamuudha jedhame.
Yaa’ichi Torbee tokkoof kan turu ta’uu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.