Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa biroon raayyaa ittisa biyyaa yaalamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa biroon raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun miidhaan irra ga’e Hospitaala Rifeeralaa Dasseetti yaalamaa jiran daawwataniiru.
Daawwannicha irratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee,Ministir deettaa Ministeera Nageenyaa aadde Firee’alam Shibaabbaaw fi Raayyaa Ittisa Biyyaatti hoogganaan Qajeelcha Olaanaa Fayyaa Meejar Jeneraala Xigaabuu Yilmaa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.