Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddasaan Bakka Bu’aa Yuuniiseef Ityoophiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Bakka Bu’aa haaraa Yuuniiseef Ityoophiyaa Abuubakar Kaampoo waliin mari’ataniiru.

Fayyaa daa’immanii, nyaata madaalawaa, deebii yeroo ariifachiisaaf kennamurratti marii bu’aa qabeessa taasisuu Dooktar Liyaan ibsaniiru.

Deeggarsaafi tumsa dhaabbatichi ministeerichaaf taasisu  dinqisiifataniiru.

Gara fuula duraattis hariiroo dhaabbaticha waliin qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu eeraniiru.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.