Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Somaaleetti kenniinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Somaaleetti haala kenniinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa daawwataa jiru.

Ministirrittin godina Fafiin aanaa Awuubaree waajjira eegumsa fayyaa Awuubareetti argamuun hojii damee fayyaatiin hojjetamaa jiru daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniitin raawwiin hojii bara 2013 waajjirichaa ilaalchisee ibsi taasifameeraaf.

Daawwannichaan Dooktar Liyaa dabalatee ministir deetaan ministeera fayyaa Saahirallaa Abdullaayii dabalatee hoggantoonni olaanoon damee fayyaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.