Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)-  Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng  Zoonii Indaastirii Magaalaa Duukamitti argamu daawwatan.

Adeemsa warshichi qorichoota karaa qulqullina isaa eeggateen itti oomishu Dooktar Liyaan dinqisiifachuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.

Warshichi gosa qorichoota 60 ol oomishaa jiraachuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.