Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaan hospitaala Ispeeshaalaayizdii waliigala Waraabee daawwatan

Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan hospitalaa Ispeeshaalaayizdii waliigala Waraabee daawwataniiru.

Kayyoon daawwanna isaaniin keenninsa tajaajila hospitaalichatiin bu’aa argamee itti fufsiisuun tajaajila itti aanuuf cimee akka itti fufuufi jedhameera.

Hospitaalichi yeroo amma siree cisichaa 389 kan qabuu yoo ta’uu hawaasaa godina Silxee fi kanneen biroo miiliyoona 5 ta’aaniif tajaajila laachuuf dandeetti akka qabuu ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.