Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaan Ityoophiyaatti bakka buutuu giddugala Ittisaa fi to’annoo dhibee Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ityoophiyaatti bakka buutuu Giddugala Ittisaa fi to’annoo Dhibee Ameerikaa Dooktar Kaarooliin Raayyaan waliin mari’ataniiru.
Dhimma Dhibee HIV Eedsii, Talaallii, tajaajila fayyaa hawaasaa fi deebii yeroo hataattamaa haala laachuun danda’uratti mari’ataniiru.
Dandeetti laabraatoorii haala guddisuun danda’amuu fi walitti hidhamiinsa dameewwan biroorratti mari’achuu isaanii Dooktar Liyaan Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.