Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaan Sagantaa Nyaataa Addunyaatti daayrektara Ityoophiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Sagantaa Nyaataa Addunyaatti daayrektara haaraa Ityoophiyaa Kaalawudee Jiibidaar waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin Ityoophiyaatti sababa walitti bu’iinsaa fi hongeetiin lammiilee miidhaan irra gaheef deeggarsa namoomaa dhiyeessuurratti mari’ataniiru.

Kanarra darbees dhimmoota lammiilee rakkoo keessatti argamaniif dhiyeessii nyaata madaalawaarratti mari’achuusaanii Dooktar Liyaan fuula Twiitara isaaniin ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.