Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii figiichaa mana keessaa Faransaay Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Dorgommii figiichaa mana keessaan Faransaayitti gaggeeffame Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte.
Waldorgommii fiigichaa mana keessaa meetra 800 Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommicha fageenya daqiiqaa 1, sakandii 57 fi maaykiroo sakandii 52n xumuruun injifatteetti.
Dhiiraan Atleeti Geetnat Waalaa dorgommii gufachiisaa meetra kuma 1 fi 500 daqiiqaa 3, sakandii 35 fi maaykiroo sakandii 54n injifateera.
Atileet Lammeechaa Girmaa ammoo dorgommicha 2ffaan bahuun xumureera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.