Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban

Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darbaniiru.

Dorgommii Olompiikii Tookiyoo fageenya meetira kuma 5 dubartootaan ramaddii jalqabaarraa Sanbaree Tafarii fi Ijjigaayyoo Taayyee 3ffaa fi 4ffaa bahuun marsaa itti aanutti darbaniiru.

Marsaa kana irraa Siifan Hasan Neezerlaandirraa 1ffaa Agnes Tiroop keeniyaarraa 2ffaa bahaniiru.

Ramaddii 2ffaarraa Gudaaf Tsaggay 1ffaa bahuun darbiteetti.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.