Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii kalaqaa,teeknooloojii qorannoo fi qo’annoo gochaa biyyaalessaa olaantummaa magaalaa Finfinneen xummurame

Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Agarsiifni dorgommii kalaqaa,teeknooloojii, qorannoo fi qo’annoo gochaa biyyaalessaa 2ffaa olaantummaa magaalaa Finfinneen xummurameera.
Naannoon Oromiyaa fi Amaaraa sadarkaa 2ffaa fi 3ffaan xummuraniiru.
Dorgommichi leenjisaa fi leenji’aa dhaabbilee oogummaa fi teekniikaa mootumaa fi dhuunfaa IMX sochoosaan sadarkaa naannootti injifatan gidduutti gaggeeffamaa tureera.
Dorgommii kanarratti leenji’aa 391, leenjisaa fi IMX kan sochoosaan hirmaachuu ragaan Ejansii Barnoota Teeknikaa fi ogummaa Federaallaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.