Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiin calaallii Priimeyar Liigii  dubratootaa godina Seekaafaa irraa deebiin dheereeffame

Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Dorgommiin calaallii Priimeyar Liigii  dubratootaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ irraa deebiin dheereeffameera.

Keessummeesituun dorgomichaa Keeniyaan sababa dorgoommi atileetiksii dargaggoota addunyaa kan keessummeessitu ta’uun gara yeroo biraatti darbeera.

Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa dorgommi calaalliichaarratti garee dubartootaa kan hirmaachisuu Hagayyaa 1 hanga 15 akka gaggeeffamuuf murtaa’ee akka ture ragaan Federeshinii Kubbaa Millaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.