Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiin fiigicha guddicha Ityoophiyaa 2013 dheereffame

Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Dorgommiin fiigicha guddicha Ityoophiyaa 2013 dheereffame.
 
Sadaasa 6,2013 gaggeeffamuuf karoorfamee kan ture fiigichi guddichi Ityoophiyaa sababii weerara vaayrasii koroonaatin yeroo hin murtoofnef dheereffamuun ibsameera.
 
Dhaabbanni Fiigicha Guddicha Ityoophiyaa akka beeksisetti, gara fuula duraatti yeroon galmee fi fiigichi yoom akka gaggeeffamu kan ibsamu ta’a.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.