Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiin Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna baniinsa dorgommii Shaampiyoonaa Atleetiksii marsaa 50ffaa kanarratti Preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa argamaniiru.
Figichi xummuraa fageenya meetira kuma 10 har’a sa’aatii 12:50 irraa eegaluun dhiiroota gidduutti kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.