Fana: At a Speed of Life!

Dubartoonni Magaalaa Naqamtee Raayyaa Ittisa biyyaaf galaa qopheessaan

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Dubartoonni Magaalaa Naqamtee Raayyaa Ittisa biyyaaf galaa qopheessaniiru.

Jaarmiyaaleen dubartootaa kunniin kutaalee bulchiinsa 7 irraa walitti dhufuun galaa  raayyaa ittisa biyyaa juntaa dhabamsiisuuf bobba’aniif qopheessaniiru.

Hanga dhumaattis  raayyaa Ittisa biyyaa bira humnaa fi qabeenya qabnuun cinaa dhaabbachuun deggeersa barbaachisu kamiyyuu ni taasifnaaf jechuusaanii ragaan kominikeeshiini magaalaa Naqamteera argamee ni muul’dhisa..

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.