Fana: At a Speed of Life!

Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaamad Ibraahiim Moo’aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa taasiifame

Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) – Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaammad Ibraahiim Moo’aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa magaalaa guddittii biyyaattii Moqaadishootti taasiifameera.

Yaalii ajjeechaa taasiifameen Mahaammad Ibraahiim Moo’aaliimu madaa’uu ibsameera.

Yaalii taasiifameef gareen shororkeessitootaa itti gaafatamummaa fudhachuu himameera.

Dhoo’insi daandii qaxxaamuraa Moqaadishootti raawwatte qaamolee badanii balleessaniin kan qindaa’e ta’uu Miidiyaan biyyattii ibseera.

Kaayyoon dhoo’insichaa Mahaammad Ibraahiim Moo’aaliimuu irratti kan xiyyeeffate ta’uu TRTtiin gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.