Fana: At a Speed of Life!

Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii filataman

Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Eejansii haaraa nyaata barattootaa hundaa’eef miseensoonni boordii kutaa hawaasaa garagaraa irraa namoonni 23 filataman.
Miseesoonni boordii haaraan filataman kunneen ogummaa adda addaa irratti bobba’anii warreen argamaniidha.
 
Haaluma kanaan
1. Aadde Alamtsahaay Phaawuloos- Walitti qabdu
2. Aadde Fireealam Shibaabbaw- I/A/Walitti qabduu
3. Obbo Sikur Kaaradii – miseensa
4. Aadde Amlasat Mucee – ‘’
5. Obbo Abbabaa Baalchaa
6. Dooktar Baddiluu Waaqjiraa
7. Aadde Roomaan Taafasawarq
8. Obbo Xilahuun Gugsaa
9. Obbo Yaareed Shumatee
10. Obbo Amaan Fisahaatsiyoon
11. Obbo Fitihi Tolaa
12. Dooktar Fireehiyiwat Gabrahiwat
13. Obbo Geexuu Tamasgeen
14. Luba Muluuqan Birihanuu
15. Dooktar Masaay Gabramaariyaam
16. Dooktar Fiqaaduu Muluugeetaa
17. Obbo Balaay Kaasaa
18. Obbo Salamoon Mangashaa
19. Dooktar Taaraqanyi Taaddasaa
20. Hawaariiyaa Yoohannis Girmaa
21. Dooktar Beteliheem Darajjee
22. Aadde Zaniit Yimar
23. Aadde Meetii Taamiraat filatamaniiru.
 
Boordiin kun hanqina galtee dhiyeessii nyaataa fi meeshaalee barnootaa barattoota daa’immanii fi dargaggoota magaalicha keessatti baratan qunnamu furuuf kan qindeessuu fi hordofu ta’uu ragaan Waajjira Kaantibaa Magaalaa Finfinnee argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.