Fana: At a Speed of Life!

Eelsaabeet Boorn muummee ministiraa dubaraa Faransaay jalqabaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Eelsaabeet Boorn waggoottan 30 keessatti muummee ministiraa dubaraa Faransaay jalqabaa ta’uun Preezdaantii biyyattii Imaanu’eel Maakrooniin muudamuu gabaafame.

Ministira Ministeera Hojjetaa kan turan Eelsaabeet Boorn muummee ministiraa duraanii Zhaan Kaasteeksiin bakka bu’uun muummee ministiraa biyyattii ta’uun muudamuu ibsameera.

Zhaan Kaasteeksiin irra deebiin filatamuu preezdaant Imaanu’eel Maakrooniin hordofee qaama jijjiiramaa mootummaa haaraa ta’uuf jecha fedhii isaaniin aangoo gadi lakkisuu Anaadooluun gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.