Fana: At a Speed of Life!

Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Sawudii waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Sawudii Jeneraal Fayaad Al Ruwaaylii waliin mari’ataniiru.

 

Marii isaanii kanaanis hariiroo biyoonni lameen qaban dhimmoota cimsuu danda’anirratti marii taasisaniiru.

 

Marii Sawudii Riyaaditti gaggeeffameerratti gaggeessitoonni raayyaa ittisaa olaanoon biyyoota lameen irraa walitti babba’an hirmaataniiru.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.