Fana: At a Speed of Life!

Faallama Jijjiirrama qabeenya qilleensaan dhufu hir’isuuf deeggarsa proojektiiwwan dhagaa cilee nan dhaaba- Chaayinaa

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Faallama Jijjiirrama qabeenya qilleensaan dhufu hir’isuuf deeggarsa maallaqaa proojektiiwwan dhagaa cileef taasiftu dhaabuuf ta’uu Chaayinaan beeksisfte.
Chaayinaan Baangilaadiishii fi Indooneezhiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran keessatti proojektiiwwan dhagaa Cilee maallaqaan deeggaraa turuushee Preezdaantiin biyyattii Shii Jiinpiing ibsaniiru.
Chaayinaan gadi lakkifama kaarboonii ilaalchisee waliigaltee Jijjiirama qabeenya qilleensaa Paaris kan deeggartu ta’uu Preezidaantichi ibsaniiru.
Rakkoo jijjiirrama qabeenya qilleensaa addunyaa muudachaa jiru hubannaa keessa galchuun biyyattiin deeggarsa maallaaqaa kana akka dhaabdu ibsaniiru.
Murtoon kun proojektii misooma magariisaa biyyoonni guddinarra jiran eegalan kan deeggaru ta’uus himaniiru.
Maddi፡- Al jazeera
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.