Fana: At a Speed of Life!

Fandichi Ityoophiyaatti daa’immaniif nyaata madaalawaa dhiyeessuuf deeggarsa doolaara miiliyoona 31.2 raggaasise

Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Fandiin Misoomaa Afrikaa Ityoophiyaatti daa’immaniif umrii waggaa 5 gadi ta’aniif nyaata madaalawaa dhiyeessuu fi cuuqaruu ittisuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 31.2 raggasiseera.

Deeggarsichi fayyaa fooyyessuuf, nyaata madaalawaa gosa garaagaraa dhiyeessuuf, dhimma nyaata daa’immmanii fi ilaalchaa foyyeessuuf akkasumas harma hoosisuu, kunuunsaa fi qulqulliina guddisuuf kan tumsuu ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.