Fana: At a Speed of Life!

Feestivaalli aadaa 13ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Feestivaalli aadaa 13ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Feestivaalicharratti namoonni kumni 300 ol irratti hirmaatuun eegama.

Feestivaalli kun Hootela Giyooniitti gaggeeffamaa jira.

Feestivaalichi mata duree ‘duudhaalee aadaa nageenyaa waaraaf’ jedhuun gaggeeffamati kan jiru.

Saganticharrattis hoggantuun Biiroo aadaa fi tuurizimii magaalaa Finfinnee Dooktar Hiruut Kasaa’uun dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon federaalaa fi magaalaa Finfinnee argamaniiru.

Dooktar Hiruut haasaa taasisaniin, kayyoo feestivaalichaanni  olaanaan aadaa fi duudha hawaasichaa beeksisuufi jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.