Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha Daayimand Liigii Luuzaaniin Atleet Fireewayinii Hayiluu injifatte

Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii kaleessa galgala Luuzaaniitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Dorgommii fageenya Meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Fireewayinii Hayiluu sadarkaa 1ffaan yoo xumurtu, Atleet Hiruut Mashahaa ammoo sadarkaa 6ffaan xumurteerit.
Fageenyaa Meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen ammoo Atleet Barrihuun Aragaawwii sadarkaa 2ffaan xumureera.
Atleet Salamoon Baraggaa 5ffaa, Atleet Muktaar Indiriis 6ffaa yoo ba’an, Atleet Geetinnat Waalee dorgommicha adda kutuu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.