Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha mana keessaa Jarmanitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifatan

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Fiigicha mana keessaa Meetira kuma 3 Jarmanitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.

Ramaddii dubartootaan Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 5ffaa ba’uun xumuraniiru.

Dorgammii dhiirota gidduutti gaggeeffameen Atleet Abdiisaa Fayyisaa riikkardii iddichaa fooyyeessuun injifateera.

Atleet Addisuu Girmaa sadarkaa 3ffaan xumuruu ragaan Atleetiksii Addunyaarraa argame ni mul ‘isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.