Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha mana keessaa Poolaanditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Fiigicha mana keessaa Poolaanditti har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aaniiru.

Fageenya meetira kuma 3 Lamlam Hayiluu sa’aatii fooyya’aa bara kanaa galmeessuun moo’atteerti.

Faantuu Warquu ammoo sadarkaa 3ffaan xumurteerti.

Meetira kuma 1 fi 500 dhiiroota gidduuttu fiiggameen Salamoon Baraggaa injifateera.

Meetira 800 ammoo Haabtaam Alamuu injifachuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.