Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise

Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Qaamoleen Ityoophiyaan nagaa miti jechuun olola oofan odeeffannoo sobaa ta’uusaa mirkaaneessuurra darbee magaalaa Finfinnee nageenyi waaraan jiraachuu sagantaa fiigichaa kanaan mirkaanaa’eera jedhameera.

Torbe dhufuu Ityoophiyaan yaa’ii hoggantoota biyyoota Afrikaa 35ffaa waan qopheessituuf hawaasni tumsa barataamaa taasisaa jiru cimsee akka itti fufuu poolisiin magaalaa Finfinnee waamicha dhiyeesseera.

Poolisiin magaalichaas dorgommichi nagaan akka xumuramuu qaamolee deeggarsaa fi itti gaafatamuummaa isaanii ba’aataan galateeffachuu ragaan Poolisii magaalaa Finfinneerra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.