Fana: At a Speed of Life!

Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan turtii dirree waraanaa baatii 2 booda gara Biiroo isaanitti deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Humna Waraanaa waliigalaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan Waliigaltee nageenyaa ABUTwaliin taasifame hordofee turtii dirree waraanaa baatii 2 booda gara Biiroo isaanitti deebi’aniiru.

Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan Komaandi Poostii waraanarraa gara hojii idilee Biirootti deebi’aniiru.

Akkaataa waliigaltee Mootummaa fi ABUT gidduutti taasifameen haala hidhattoonni ABUT hidhannoo itti hiikkatan hoggantoota waraanaa ABUT waliin kan mari’atan ta’uu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.