Fana: At a Speed of Life!

Filannichi rakkoo nageenyaa tokko malee xumuramuu fi morkii cimaan kan itti muuldhateedha-Obbo Dastaa Leedaamoo

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leedaamoo filannichi rakkoo nageenyaa tokko malee xumuramuu fi morkii cimaan kan itti muuldhateedha jedhaniiru.

Filannichi akka hin gaggeeffamnee qaamoleen  barbadaan turaniis filannichaa haala milkaa’een gaggeeffamuusa ibsaniiru.

Obbo Dastaan adeemsa filannichaarratti hanqinni waraqaa kan muudatee yoo ta’uu, haqinichi furamuun hawaasni sagaleesa laachuu danda’eera jedhan.

Birhaanuu Bagaashaawtu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.