Fana: At a Speed of Life!

Filattoonni of eeggannoo covid-19 taasisuu akka qaban Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiya yaadachise

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Lammiileen sagalee laachuuf wayita gara buufatalee filannoo deemaan of eeggannoo vaayrasii koroonaa barbaachisuu taasisuu akka qaban Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiya yaadachiseera.

Boordichii hoji raawwachiiftoota filannoof ittisa vaayrasii koroonaa dhiyeessuu ibsun hawaasni garu meeshaalee ittisa vaayraasichaa akka fayyadamaan gaafateera.

Lammiileen wayit sagaaleesaanii laataan vaayrasii koroona yaada keessa galchuu akka qabanii initityuutichii yadachiiseera.

Wayita gara buufata filannoo deemanittis haguugduu afaanii fi funyaanii, saanitayizerii fayyadamu akka qabanis ibsameera.

Afawarq Iyyaayuutu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.