Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti boruu irraa eegalee awutobisoonni 560 gara bobbiitti akka galan ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti rakkoo geejjibaa furuuf boruu irraa eegalee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan ibsameera.

Bulchiinsi magaalicha waldaa geejjibaa dhuunfa waliin ta’uun awutobisoota kanneen kiraayidha gara bobbootti akka galantaasiseera.

Guyyaa har’as Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo magaalicha bakka argamanitti addabaabaayii masqaalaatti sagantaa bobbii ifoomaa jira jedhameera.

Maddi:-TOI

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.