Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti Feestivaalli Ispoortii Maarshaal Aartii gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Feestivaalli Ispoortii Maarshaal Aartii Ispoorteessitoota kuma 15 ol hirmaachise Addabaabayii Masqalaaatti gaggeeffameera.

Feestivaalichi mata duree ‘Ispoortii Maarshaal Aartii nageenya magaalaa fi dhaloota Bu’aa qabeessaa ijaaruuf’ jedhuun gaggeeffameera.

Ispoortiin Maarshaal Aartii ogummaa fi beekkumsa walitti qindeessuun nageenya, tokkummaa fi dhaloota bu’aa qabeessa ta’e ijaaruuf qooda olaanaa qabaachuu Itti gaafatamaa ijaarsa sirna Diimookiraasii Magaalaa Finfinnee Obbo Mogas Baalchaan ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.