Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin bizinasii Ityoophiyaa fi Yuukreen gaggeeffame

Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Fooramiin bizinasii Ityoophiyaa fi Yuukreen viidiyoo konfiraansiin gaggeeffameera.

Jarmaanii fi Yuukreenitti ambaasaaddarri]i guutuun Ityoophiyaa Muluu Solomoon Ityoophiyaan  buna, abaaboo, midhaan dheedhii, zayita akkasumas gogaa fi bu’aawwan gogaa gara Yuukreenitti erguuf humna qabdi jedhaniiru.

Fooramicharratti dhaabbileen Yuukreen 13 dameewwaan qonnaa, qorichaa, geejjibaa fi lojistikiirratti hojjetaan oomishaa isaanii argisiisaniiru.

Ityoophiyaa Yuukreen gidduutti hariiroon dippilomaasii bara Faranjootaa 1905 kan eegalee yoo ta’u, jijjiirraa daldalaa biyyoota lamaan giddu jiru yeroodhaa gara yerootti dabalaa jira jedhameera.

Fooramicharratti dippilomaatoonni biyyoota fi bakka butoonni dhaabbilee Yuukreen 27 hirmaachuu ragaan Jarmanitti Imbaasii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.