Fana: At a Speed of Life!

Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Baatii Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ibsaa gaazixeessitootaaf laataniin himaniiru.

Ibsichaanis manni mariichaa baatii Fulbaana 24 Mootummaa ni hundeessaa jedhaniiru.

Bu’uraa mirga heera mootummaa Mana mareechaaf laatameen seeraa baasuun to’annoo fi hordooffii fakkeessuuf osoo hin taanee qabatamaan akka lafaa qabatuu taasisuun hojii uummataa bakka bu’uun hojjetuu hojiiwwan reeformii biyyoolessaa qaama tokkoo taasisuuf hojjetamuu ibsaniiru.

Yaadni uummataa hirmaannaa filannoo marsaa 6ffaa hojimaanni gaaffii itti laatamu ni raawwatama jedhameera.

Fatiyaa Abdallatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.