Fana: At a Speed of Life!

Fuulli miidiyaa hawaasaa Inistiityuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa butamuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Fuulli miidiyaa hawaasaa Inistiityuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa butamuu isaa Inistiitiyuutichi ibseera.

Inistiityuutichi ibsa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif ergeen fuulli miidiyaa hawaasaa isaa to’annoo isaa ala ta’uu beeksiseera.

Odeeffannoowwan gama miidiyaa hawaasaa dhaabbatichaan bahan beekkamtii isaan ala ta’uu fi hawaasni odeeffannoowwan dogoggoraa gama sanaan ba’an irraa akka of eeggatu yaadachiiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.