Fana: At a Speed of Life!

Gaazixeessaa Fiqruu Walduu boqate

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Gaazixeessaa Fiqruu Walduu addunyaa kanarra du’an boqate.

Gaazixeessaa Fiqruu Walduu dhibee irra bubuleen yaalama turuun guyyaa kaleessa umrii waggaa 33ffaatti adduunya kanarra du’an boqateera.

Gaazixeessaa Fiqruu Walduu Faanaa Broodkaastiing Koorporeet gaazixeessummaan tajaajila tureera.

Gaazixeessaa Fiqruu Walduu warroomee abbaa ilma 1 ture.

Faanaa Broodkaastiing Koorporeet boqachuu Gaazixeessaa Fiqruu Walduu gadda itti dhagahamee ibsuun maatii, firrottanii fi michuwwaan isaaf jajjabinaa haawwera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.