Fana: At a Speed of Life!

Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 595 irratti vaayrasiin koroonaan qabaman

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 595 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa’aa 24 darbeetin qorannaan samuudaa 6522 kan hojjetame yoo ta’u, 595 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI Beeksiseera.
Waliigalaan Ityoophiyaatti qorannaadhan vaayrasichi kan irratti argame 111,579 qaqqabeera.
Namoonni haaraan 1318 ammoo dandamataniiru
Waliigalaan kan dandamatan 77385, kan lubbuu isaanii dhaban ammoo 1724 qaqqabeera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.