Fana: At a Speed of Life!

Ganama borii sa’aa 11:00 irraa eegalee tajaajilli Awutoobisii akka kennamu eerame

Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Irreecha Hora Finfinnee boru kabajamuu sababeeffachuu Tajaajilli Awuutoobisii Magaalaa Ambassaa, Shaggar, Awutoobisoonni deeggarsaa fi paabilik sarvisii tajaajila geejjibaa akka kennan Biiroo Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksise.

Haaluma kanaan guyyaa borii ganama sa’aatii 11:00 eegalee hirmaattonni ayyaana irreechaa Addabaabayi ‘Abaakiiroos’, ‘Ayaat’, Tulluu Diimtuu, ‘Addisuu Gabayaa’, ‘Qusquwaam’, ‘Saansuusii’, ‘Ayyar Xeenaa’ fi Jamoorraa kaasee taajaajila kan kennan ta’uu eeramuu ragaan Biiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.