Fana: At a Speed of Life!

Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa dorgommii Chaanii al ta’e

Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa eda Liibiyaa waliin taphateen goolii 3 fi 1n injifatameera.

Gareen biyyaalessa Liibiyaa dursee dorgomichaa ala ta’uus Ityoophiyaa goolii 3 fi 1n injifachuun qabxii 3 argateera.

Aljeeriyaa fi Moozaambik tapha moo’atanii darbuuf ga’aniiru.

Ityoophiyaan taphoota ramaddichaa sadi taphatteen qabxii 1 qofa argachuun sadarkaa 4ffaan xumurteerte.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.