Fana: At a Speed of Life!

Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa gale

Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa galeera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaarratti hirmaachuuf wayita Aljeeriyaa ga’u Buufata Xiyyaaraa Aljeersitti simatameera.

Taphni Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Amajjii 5 -27, 2015 eegalee qopheessummaa Aljeeriyaan gaggeeffama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.